qufi-script


Namequfi-script JSON
Version 1.0.2 PyPI version JSON
download
home_pagehttps://github.com/natanimn/Qufi
SummaryA python package that converts Oromo language script's witten in latin letters to geez letters
upload_time2023-10-28 03:35:53
maintainer
docs_urlNone
authorNatanim Negash
requires_python
licenseGPLv3
keywords fidel python alphabet amharic oromo letters letters convertors geez letters geez qube
VCS
bugtrack_url
requirements No requirements were recorded.
Travis-CI No Travis.
coveralls test coverage No coveralls.
            
# እንኳን በደህና መጡ

## መግቢያ 

<p>

* እንግዴ ሃገራችን ኢትዮጵያ የራሷ የሆኑ ቡዙ ነገሮች አሏት፥ ከነዚህም አንዱና ዋነኛው ፊደሎቿ ናቸው። ሆኖም ግን እነዚህ ፊደሎች በተወሰኑ ቋንቋዎች ላይ ጥቅም ላይ ሲውል፥ አንዳንድ ቋቋዎች ደገሞ በባዕዳን ሃገራት ፊደል ይጠቀማሉ፤ ከነዚህም አንዱ ኦሮምኛ (አፋን ኦሮሞ) ነው። የኦሮምኛ ቋንቋ በግዕዝ ፊደላት እንዳይጠቀም ከሚያደረጉት ዋና ነገሮች አንዱ፦ በአፋን ኦሮሞ ቋንቋ ውስጥ 10 ድምጾች ሲኖሩ፥ የግዕዝ ፊደል ግን ያለው 7 ድምጾች ብቻ ናቸው። 
 
* ስለዚህ ይህን ችግር በመረዳት ባሉት ፊደላት ላይ ከላይ አንድ ነጥብ በማድረግ እነኚህ የቀሩት ፊደል(ድምጾች) ተጨምረውበት፥ በቀላሉ የአፋን ኦሮሞን ቋንቋ በሃገራች ፊደል መጻፍ እንድንችል ይህ «ላይብረሪ» ተዘጋጅቷል። ቀጥሎ ያሉትን መመሪያዎች ይመልከቱ።
</p>

## አጫጫን 

ይህን «ላይብረሪ» ኮምፒውተሮ ላይ ለመጫን፦ 
```
$ pip install qufi-script
```

### አሁን አንሞክር

```
python

from qufi import QubeFidel 

qube = QubeFidel()
print(qube.convert("Ashamaa!"))
```
ውጤት
```
አሸማ!
```

**ከዚህ በታች ሙሉ ማብሪሪያው በአፋን ኦሮሞ ቀርቧል**


## Sagaleewwan Dheeraa fi Gabaabaa

* Egaa akkumma beekamu Afaan Oromoo keessatti dheerachuunii fi gabaabbachuun fi jabinnii fi laafinni sagalee hiika jechaa irratti garaagarummaa guddaa ni fida. Haaluma kanaan afaan oromoon qubee gi'iziitin haala gaariin akka hin barreeffamne danqaawwan ta'aa turan keessaa inni guddaan: qubee gi'iz keessati sagaleewwan 7 yommuu jiraatan, afaan oromoo keessatti immoo sagaleewwan 10tu jiru. Egaa nutis kana hubachuun, qubeewwan amma argaman irrati tuqaa tokko mataa isaaniirra kaa'un sagaleewwan hanqatan kun itti dabalamaniiruu. Kana irratti hundaa'uunis sagaleewwan kunniin bakka 3^^tti^^ qoodamu: sagalee dheeraa, sagalee gabaabaa fi al-sagalee jedhamu.

#### Sagaleewwan Gabaabaa
* Qubee jahaaffaan(ሳድስ) fi arfaffaa(ራዕብ) alatti warri jiran Sagaleewwan gabaaba jedhamun beekamu. Baay'inni isaanis shan(5)ni dha.

Fakkeenya sagaleewwan gabaabaa maati qubee **መ**

|Qubee|Sagalee|
|-----|-----|
|መ|ma|
|ሙ|mu|
|ሚ|mi|
|ሜ|me|
|ሞ|mo|

  
#### Sagaleewwan dheeraa
* Sagaleewwan kunnin immoo, qubeewwan sagalee gabaabaa duraan jiran irrati tuq-tokko mataa ofirratti maxxanfachuunii kan uumamaniifii qubee arfaffaa(ራዕብ) dha. Baa'inni isaanis shan(5)ni dha.

Fakkeenya sagaleewwan dheeraa maatii **መ**

|Qubee|Sagalee|
|-----|-----|
|ሙ፞   | muu|
|	ሚ፞   | mii|
|ማ   | maa|	
|ሜ፞   | mee|
|ሞ፞   |moo|

**Hubachiisa**: Qubeen arfaffaa ofumasaa sagalee dheeraa waan ta'eef, yoomiyyu taanaan tuq-tokko mataa ofii isaarratti hin maxxanfatu.

#### Al-Sagalee
* Qubeewwan kunnin immoo sagalee of danda'aa mataa isaanii kan hin qabnee ta'anii, warra qubeewwan  jahaaffaa(ሳድስ) ta'anidha. Faayidaan isaanis: jechoota jabeessuu, cufa birsagaa irratti, jechota irra buutaa qaban keessattii fi akka maxxantootaatti tajaajiluudha.


### Jechoota Gabaabaafi Dheeraa
* Egaa akkuma beekamu jechoonni hundinuu barsaga mataa mataa isaani ta'e ni qabu. Birsagoonni kunis sagalee of danda'oo ni ta'u; Kanaafuu sagaloota kana gara qubee gi'iz duraan dubbanetti jijjiiruuf salphaa nuuf ta'a. 
* Fakkeenya 1: jechi **laga** jedhu birsagoota lama qaba: la fi ga. birsagoonni kunis sagaleewwan of danda'oo waaan ta'aaniif gara sagaloota **ለ** fi **ገ** tti jijjiiramu. Kanaafuu jechi **laga** jedhu **ለገ** ta'a jechuudha.
* Fakkeenya 2: jechi **laagaa** jedhu birsagoota lama qaba: laa fi gaa. ammas birsagoonni kunis sagaleewwan of danda'oo waaan ta'aaniif gara sagaloota **ላ** fi **ጋ** tti jijjiiramu. Kanaafuu jechi **laagaa** jedhu **ላጋ** ta'a

Fakkeenya jechoota gabaabaa fi dheeraa muraasa

|Gabaabaa|Dheeraa|
|-----|-----|
|Hori[ሆሪ]|Horii[ሆሪ፞]|
|Mala[መለ]|Malaa[መላ]|
|Gara[ገረ]|Garaa[ገራ], Gaara[ጋረ]|
|Lafa[ለፈ]|Laafaa[ላፋ]|
|Ana[አነ]|Aanaa[ኣና]|

### Jechoota irra butaa

* Jechoota irra butaa jijiiruf duraan dursinee jechicha gara birsagaatti addaan qoodna, achiis sagaleewwan of danda'oo fi alsagaleewwan jechichaa qubee gi'iiziin bakka buufna.
* Fakkeenyaaf jecha **Farda** jedhu kana gara birsagaatti haa qoqqoodnu: **Far** fi **da** ta'a. Kunis **ፈር** fi **ደ** ta'a. Kanaafu jechi **Farda** jedhu **ፈርደ** ta'a jechuudha.

#### Jechoota irra butaa tokko tokko
|||
|-----|-----|
|Farda|ፈርደ|
|Ilma|ኢልመ|
|Jilba|ጂልበ|
|Harka|ሀርከ|
|Harma|ሀርመ|
|Arba|አርበ|

 
### Sagalewwan Jabaa

* Jecha keenya duraan dursinee gara birsagaatti qoqqooduun, achiin birsaga arganne sana qubeewwan sagaleewwan ofdanda'oo qabanii fi al-sagaleewwaniin bakka buusuudha.
* Fakkeenyaaf jecha **Jimmaa** jedhu osoo fudhannee birsagoota lama qaba: **Jim(ጂም** fi **maa** dha. Kanaafuu jechi kun yemmuu jijjiiramu **ጂምማ** ta'a. 
* Haalli dubbisaa jechoota jabaa: qubee jahaaffaa(ሳድስ) liqimsuunii fi qubee isa itti aanu jabeessinee dubbifna. Fakkeenyaaf jecha **Tokko** jedhu yemmuuu jijjiirru **ቶክኮ** ta'a. Haalli dubbisa isaa kunis _Tokko_ jedhamee dubbifama malee, sagalee addaan kutuun:  _Tok_-_ko_ **jedhamee hin dubbifamu!**

* Birsagaaan alatti, jecha tokko keessatti maatiwwan qubee tokkoo qubeen jahaffaa(ሳድስ) fi kan biraa walduraa duubaan walitti aananii yoo dhufan, qubeen jahaaffaatti(ሳድስ) itti aanee argamu sun jabeeffamee dubbifama. 
#### Jechoota jabaa fi laafaa tokko tokko

|Laafaa|Jabaa|
|-----|-----|
|Jimaa[ጂማ]|Jimmaa[ጂም፡ማ]|
|Waloo[ወሎ፞]|Walloo[ወል፡ሎ፞]|
|Hare[ሀሬ]|Harre[ሀር፡ሬ]|
|Badaa[በዳ]|Baddaa[በድ፡ዳ]|
|Qale[ቀሌ]|Qalle[ቀል፡ሌ]|

#### Maxxantoota Muraasa 
|||
|-----|-----|
|-n|-ን|
|-tti|-ትቲ|
|-f|-ፍ|
|ol-|ኦል-|
|-oota|ኦ፞ተ|

```
python 
from qufi import QubeFidel 

qube = QubeFidel()

print(qube.convert("Caalaan kaleessa mana barumsaa deeme."))

print(qube.convert("Baacaan sa'aa bite."))

print(qube.convert("Gaariin ijoollee fe'e."))
```
ውጤት
```
ጫላን ከሌ፞ስሰ መነ በሩምሳ ዴ፞ሜ።

ባጫን ሰኣ ቢቴ።

ጋሪ፞ን ኢጆ፞ልሌ፞ ፌኤ።
```

### Jechoota hin jiiramne

Jechoota akka hin jijjiiramne gochuuf, jechicha `` keessa galchuun akka hin jijjiiramne gochuun ni danda'ama.

```
python
from qufi import QubeFidel

qube = QubeFidel()

print(qube.convert("`Caalaan` deeme."))

primt(qube.convert("`Jechi kun hin jijiiramu!`"))

```
ወጤት
```
Caalaan ዴ፞ሜ።

Jechi kun hin jijiiramu!
```

### Qubeewwan dachaa 
|||
|-----|-----|
|Cha|ኘ|
|Dha|	ዸ|
|Nya|ኘ|
|Pha|ጰ|
|Sha|ሸ|
|Tsa|ፀ|
|Zya|ዘ|

**ከታች በምስሉ ላይ ያሉት ፊደላት፣ ትክክለኛው የአፋን ኦሮሞ የ Dha ፊደላት ናቸው።**


![Image Of Dha](https://i.ibb.co/pLtpcKm/20230923-005227.jpg)

**Qubeewwan suuraa armaan oliitti argaman, maatii qubee "Dha" isa sirrii dha.**


### Sirna Tuqaalee

|||
|-----|-----|
|**.**|**።**|
|**:**|**፥**|
|**,**|**፣**|
|**;**|**፤**|
|**...**|**...**|
|**?**|**?**|
|**!**|**!**|

#
|ቁቤ|ፊደል|ትርጉም|
|-----|-----|-----|
|Qore|ቆሬ|ፈተነ|
|Qoree|ቆሬ፞|እሾህ|
|Qorre|ቆርሬ|ቀዘቀዘ|
|Qorree|ቆርሬ፞|ፈትነን|
|Qooree|ቆ፞ሬ፞|ደርቆ|
|Qoorree|ቆ፞ርሬ፞|ደረቅን|

```
Namootni hundinuu birmaduu ta'anii mirgaa fi ulfinaanis wal-qixxee ta'anii dhalatan. Sammuu fi qalbii ittiin yaadan waan uumamaan kennameef, hafuura obbolommaatiin wal-wajjin jiraachuu qabu.
```
```
ነሞ፞ትኒ ሁንዲኑ፞ ቢርመዱ፞ ተአኒ፞ ሚርጋ ፊ ኡልፊናኒስ ወል-ቂጥጤ፞ ተአኒ፞ ዸለተን። ሰምሙ፞ ፊ ቀልቢ፞ ኢትቲ፞ን ያደን ዋን ኡ፞መማን ኬንነሜ፞ፍ፣ ሀፉ፞ረ ኦብቦሎምማቲ፞ን ወል-ወጅጂን ጂራቹ፞ ቀቡ።
```
# የፊደል ገበታ  

| A    | 	U   | 	UU   | 	I   | 	II   | 	AA   | 	E   | 	EE   | 	Ø  | 	O   | 	OO   | 
|------|------|-------|------|-------|-------|------|-------|-----|------|-------|
| ሀ    | 	ሁ   | 	ሁ፞   | 	ሂ   | 	ሂ፞   | 	ሃ    | 	ሄ   | ሄ፞   | 	ህ  | 	ሆ   | 	ሆ፞   |
| ha   | hu   | huu   | hi   | hii   | haa   | he   | hee   | h   | ho   | hoo   |
| 	ለ   | 	ሉ   | 	ሉ፞   | 	ሊ   | 	ሊ፞   | 	ላ    | 	ሌ   | 	ሌ፞   | 	ል  | 	ሎ   | 	ሎ፞   |
| la   | lu   | luu   | li   | lii   | laa   | le   | lee   | l   | lo   | loo   |
| 	መ   | 	ሙ   | 	ሙ፞   | 	ሚ   | 	ሚ   | 	ማ    | 	ሜ   | 	ሜ፞   | 	ም  | 	ሞ   | 	ሞ፞   |
| ma   | mu   | muu   | mi   | mii   | maa   | me   | mee   | m   | mo   | moo   |
| 	ረ   | 	ሩ   | 	ሩ፞   | 	ሪ   | 	ሪ፞   | 	ራ    | 	ሬ   | 	ሬ፞   | 	ር  | 	ሮ   | 	ሮ፞   |
| ra   | ru   | ruu   | ri   | rii   | raa   | re   | ree   | r   | ro   | roo   |
| 	ሰ   | 	ሱ   | 	ሱ፞   | 	ሲ   | 	ሲ፞   | 	ሳ    | 	ሴ   | 	ሴ፞   | 	ስ  | 	ሶ   | 	ሶ፞   |
| sa   | su   | suu   | si   | sii   | saa   | se   | see   | s   | so   | soo   |
| 	ሸ   | 	ሹ   | 	ሹ፞   | 	ሺ   | 	ሺ፞   | 	ሻ    | 	ሼ   | 	ሼ፞   | 	ሽ  | 	ሾ   | 	ሾ፞   |
| sha  | shu  | shuu  | shi  | shii  | shaa  | she  | shee  | sh  | sho  | shoo  |
| 	ቀ   | 	ቁ   | 	ቁ፞   | 	ቂ   | 	ቂ፞   | 	ቃ    | 	ቄ   | 	ቄ፞   | 	ቅ  | 	ቆ   | 	ቆ፞   |
| qa   | qu   | quu   | qi   | qii   | qaa   | qe   | qee   | q   | qo   | qoo   |
| 	በ   | 	ቡ   | 	ቡ፞   | 	ቢ   | 	ቢ፞   | 	ባ    | 	ቤ   | 	ቤ፞   | 	ብ  | 	ቦ   | 	ቦ፞   |
| ba   | bu   | buu   | bi   | bii   | baa   | be   | vee   | b   | bo   | boo   |
| 	ቨ   | ቩ    | 	ቩ፞   | 	ቪ   | 	ቪ፞   | 	ቫ    | 	ቬ   | 	ቬ፞   | 	ቭ  | 	ቮ   | 	ቮ፞   |
| va   | vu   | vuu   | vi   | vii   | vaa   | ve   | vee   | v   | vo   | voo   |
| 	ተ   | 	ቱ   | 	ቱ፞   | 	ቲ   | 	ቲ፞   | 	ታ    | 	ቴ   | 	ቴ፞   | 	ት  | 	ቶ   | 	ቶ፞   |
| ta   | tu   | tuu   | ti   | tii   | taa   | te   | tee   | t   | to   | too   |
| 	ቸ   | 	ቹ   | 	ቹ፞   | 	ቺ   | 	ቺ፞   | 	ቻ    | 	ቼ   | 	ቼ፞   | 	ች  | 	ቾ   | 	ቾ፞   |
| cha  | chu  | chuu  | chi  | chii  | chaa  | che  | chee  | ch  | cho  | choo  |
| 	ነ   | 	ኑ   | 	ኑ፞   | 	ኒ   | 	ኒ፞   | 	ና    | 	ኔ   | 	ኔ፞   | 	ን  | 	ኖ   | 	ኖ፞   |
| na   | nu   | nuu   | ni   | nii   | naa   | ne   | nee   | n   | no   | noo   |
| 	ኘ   | 	ኙ   | 	ኙ፞   | 	ኚ   | 	ኚ፞   | 	ኛ    | 	ኜ   | 	ኜ፞   | 	ኝ  | 	ኞ   | 	ኞ፞   |
| nya  | nyu  | nyuu  | nyi  | nyii  | nyaa  | nye  | nyee  | ny  | nyo  | nyoo  |
| 	አ   | 	ኡ   | ኡ፞፞    | 	ኢ   | 	ኢ፞   | 	ኣ    | 	ኤ   | 	ኤ፞   | 	እ  | 	ኦ   | 	ኦ፞   |
| (')a | (')u | (')uu | (')i | (')ii | (')aa | (')e | (')ee | - | (')o | (')oo |
| 	ከ   | 	ኩ   | 	ኩ፞   | 	ኪ   | 	ኪ፞   | 	ካ    | 	ኬ   | 	ኬ፞   | 	ክ  | 	ኮ   | 	ኮ፞   |
| ka   | ku   | kuu   | ki   | kii   | kaa   | ke   | kee   | k   | ko   | koo   |
| 	ወ   | 	ዉ   | 	ዉ፞   | 	ዊ   | 	ዊ፞   | 	ዋ    | 	ዌ   | 	ዌ፞   | 	ው  | 	ዎ   | 	ዎ፞   |
| wa   | wu   | wuu   | wi   | wii   | waa   | we   | wee   | w   | wo   | woo   |
| 	ዘ   | 	ዙ   | 	ዙ፞   | 	ዚ   | 	ዚ፞  | 	ዛ    | 	ዜ   | 	ዜ፞   | 	ዝ  | 	ዞ   | 	ዞ፞   |
| za   | zu   | zuu   | zi   | zii   | zaa   | ze   | zee   | z   | zo   | zoo   |
| 	ዠ   | 	ዡ   | 	ዡ፞   | 	ዢ   | 	ዢ፞   | 	ዣ    | 	ዤ   | 	ዤ፞   | 	ዥ  | 	ዦ   | 	ዦ፞   |
| zya  | zyu  | zyuu  | zyi  | zyii  | zyaa  | zye  | zyee  | zy  | zyo  | zyoo  |
| 	የ   | 	ዩ   | 	ዩ፞   | 	ዪ   | 	ዪ፞   | 	ያ    | 	ዬ   | 	ዬ፞   | 	ይ  | 	ዮ   | 	ዮ፞   |
| ya   | yu   | yuu   | yi   | yii   | yaa   | ye   | yee   | y   | yo   | yoo   |
| 	ደ   | 	ዱ   | 	ዱ፞ | 	ዲ   | 	ዲ፞   | 	ዳ    | 	ዴ   | 	ዴ፞   | 	ድ  | 	ዶ   | 	ዶ፞   |
| da   | du   | duu   | di   | dii   | daa   | de   | dee   | d   | do   | doo |
|  ዸ  | ꬉ  | ꬉ፞ | ꬊ   | ꬊ፞  | ꬋ   |  ꬌ  |  ꬌ፞ | ꬍ  | ꬎ  |  ꬎ፞  |
| dha  | dhu  | dhuu  | dhi  | dhii  | dhaa  | dhe  | dhee  | dh  | dho  | dhoo  |
| 	ጀ   | 	ጁ   | 	ጁ፞   | 	ጂ   | ጂ፞    | 	ጃ    | 	ጄ   | 	ጄ፞   | 	ጅ  | 	ጆ   | 	ጆ፞   |
| ja   | ju   | juu   | ji   | jii   | jaa   | je   | jee   | j   | jo   | joo   |
| 	ገ   | 	ጉ   | 	ጉ፞   | 	ጊ   | 	ጊ፞   | 	ጋ    | 	ጌ   | 	ጌ፞   | 	ግ  | 	ጎ   | 	ጎ፞   |
| ga   | gu   | guu   | gi   | gii   | gaa   | ge   | gee   | g   | go   | goo   |
| 	ጠ   | 	ጡ   | 	ጡ፞   | 	ጢ   | 	 ጢ፞  | 	ጣ    | 	ጤ   | 	ጤ፞   | 	ጥ  | 	ጦ   | 	ጦ፞   |
| xa   | xu   | xuu   | xi   | xii   | xaa   | xe   | xee   | x   | xo   | xoo   |
| 	ጨ   | 	ጩ   | 	ጩ፞   | 	ጪ   | 	ጪ፞   | 	ጫ    | 	ጬ   | 	ጬ፞   | 	ጭ  | 	ጮ   | 	ጮ፞   |
| ca   | cu   | cuu   | ci   | cii   | caa   | ce   | cee   | c   | co   | coo   |
| 	ጰ   | 	ጱ   | 	ጱ፞   | 	ጲ   | 	ጲ፞   | 	ጳ    | 	ጴ   | 	ጴ፞   | 	ጵ  | 	ጶ   | 	ጶ፞   |	
| pha  | phu  | phuu  | phi  | phii  | phaa  | phe  | phee  | ph  | pho  | phoo  |
| 	ፀ   | 	ፁ   | 	ፁ፞   | 	ፂ   | 	ፂ፞   | 	ፃ    | 	ፄ   | 	ፄ፞   | 	ፅ  | 	ፆ   | 	ፆ፞   |
| tsa  | tsu  | tsuu  | tsi  | tsii  | tsaa  | tse  | tsee  | ts  | tso  | tsoo  |
| 	ፈ   | 	ፉ   | 	ፉ፞   | 	ፊ   | 	ፊ፞ | 	ፋ    | 	ፌ   | 	ፌ፞   | 	ፍ  | 	ፎ   | 	ፎ፞   |
| fa   | fu   | fuu   | fi   | fii   | faa   | fe   | fee   | f   | fo   | foo   |
| 	ፐ   | 	ፑ   | 	ፑ፞   | 	ፒ   | 	ፒ፞   | 	ፓ    | 	ፔ   | 	ፔ፞   | 	ፕ  | 	ፖ   | 	ፖ፞   |
| pa   | pu   | puu   | pi   | pii   | paa   | pe   | pee   | p   | po   | poo   |

            

Raw data

            {
    "_id": null,
    "home_page": "https://github.com/natanimn/Qufi",
    "name": "qufi-script",
    "maintainer": "",
    "docs_url": null,
    "requires_python": "",
    "maintainer_email": "",
    "keywords": "fidel,python,alphabet,amharic,oromo,letters,letters convertors,geez letters,geez,qube",
    "author": "Natanim Negash",
    "author_email": "natanimn@yahoo.com",
    "download_url": "https://files.pythonhosted.org/packages/36/a5/6c9f366c81b1e72571ce561dda3551dbf2e52ced8700432ab3968a3756fb/qufi-script-1.0.2.tar.gz",
    "platform": null,
    "description": "\r\n# \u12a5\u1295\u12b3\u1295 \u1260\u12f0\u1205\u1293 \u1218\u1321\r\n\r\n## \u1218\u130d\u1262\u12eb \r\n\r\n<p>\r\n\r\n* \u12a5\u1295\u130d\u12f4 \u1203\u1308\u122b\u127d\u1295 \u12a2\u1275\u12ee\u1335\u12eb \u12e8\u122b\u1237 \u12e8\u1206\u1291 \u1261\u12d9 \u1290\u1308\u122e\u127d \u12a0\u120f\u1275\u1365 \u12a8\u1290\u12da\u1205\u121d \u12a0\u1295\u12f1\u1293 \u12cb\u1290\u129b\u12cd \u134a\u12f0\u120e\u127f \u1293\u1278\u12cd\u1362 \u1206\u1296\u121d \u130d\u1295 \u12a5\u1290\u12da\u1205 \u134a\u12f0\u120e\u127d \u1260\u1270\u12c8\u1230\u1291 \u124b\u1295\u124b\u12ce\u127d \u120b\u12ed \u1325\u1245\u121d \u120b\u12ed \u1232\u12cd\u120d\u1365 \u12a0\u1295\u12f3\u1295\u12f5 \u124b\u124b\u12ce\u127d \u12f0\u1308\u121e \u1260\u1263\u12d5\u12f3\u1295 \u1203\u1308\u122b\u1275 \u134a\u12f0\u120d \u12ed\u1320\u1240\u121b\u1209\u1364 \u12a8\u1290\u12da\u1205\u121d \u12a0\u1295\u12f1 \u12a6\u122e\u121d\u129b (\u12a0\u134b\u1295 \u12a6\u122e\u121e) \u1290\u12cd\u1362 \u12e8\u12a6\u122e\u121d\u129b \u124b\u1295\u124b \u1260\u130d\u12d5\u12dd \u134a\u12f0\u120b\u1275 \u12a5\u1295\u12f3\u12ed\u1320\u1240\u121d \u12a8\u121a\u12eb\u12f0\u1228\u1309\u1275 \u12cb\u1293 \u1290\u1308\u122e\u127d \u12a0\u1295\u12f1\u1366 \u1260\u12a0\u134b\u1295 \u12a6\u122e\u121e \u124b\u1295\u124b \u12cd\u1235\u1325 10 \u12f5\u121d\u133e\u127d \u1232\u1296\u1229\u1365 \u12e8\u130d\u12d5\u12dd \u134a\u12f0\u120d \u130d\u1295 \u12eb\u1208\u12cd 7 \u12f5\u121d\u133e\u127d \u1265\u127b \u1293\u1278\u12cd\u1362 \r\n \r\n* \u1235\u1208\u12da\u1205 \u12ed\u1205\u1295 \u127d\u130d\u122d \u1260\u1218\u1228\u12f3\u1275 \u1263\u1209\u1275 \u134a\u12f0\u120b\u1275 \u120b\u12ed \u12a8\u120b\u12ed \u12a0\u1295\u12f5 \u1290\u1325\u1265 \u1260\u121b\u12f5\u1228\u130d \u12a5\u1290\u129a\u1205 \u12e8\u1240\u1229\u1275 \u134a\u12f0\u120d(\u12f5\u121d\u133e\u127d) \u1270\u1328\u121d\u1228\u12cd\u1260\u1275\u1365 \u1260\u1240\u120b\u1209 \u12e8\u12a0\u134b\u1295 \u12a6\u122e\u121e\u1295 \u124b\u1295\u124b \u1260\u1203\u1308\u122b\u127d \u134a\u12f0\u120d \u1218\u133b\u134d \u12a5\u1295\u12f5\u1295\u127d\u120d \u12ed\u1205 \u00ab\u120b\u12ed\u1265\u1228\u122a\u00bb \u1270\u12d8\u130b\u1305\u1277\u120d\u1362 \u1240\u1325\u120e \u12eb\u1209\u1275\u1295 \u1218\u1218\u122a\u12eb\u12ce\u127d \u12ed\u1218\u120d\u12a8\u1271\u1362\r\n</p>\r\n\r\n## \u12a0\u132b\u132b\u1295 \r\n\r\n\u12ed\u1205\u1295 \u00ab\u120b\u12ed\u1265\u1228\u122a\u00bb \u12ae\u121d\u1352\u12cd\u1270\u122e \u120b\u12ed \u1208\u1218\u132b\u1295\u1366 \r\n```\r\n$ pip install qufi-script\r\n```\r\n\r\n### \u12a0\u1201\u1295 \u12a0\u1295\u121e\u12ad\u122d\r\n\r\n```\r\npython\r\n\r\nfrom qufi import QubeFidel \r\n\r\nqube = QubeFidel()\r\nprint(qube.convert(\"Ashamaa!\"))\r\n```\r\n\u12cd\u1324\u1275\r\n```\r\n\u12a0\u1238\u121b!\r\n```\r\n\r\n**\u12a8\u12da\u1205 \u1260\u1273\u127d \u1219\u1209 \u121b\u1265\u122a\u122a\u12eb\u12cd \u1260\u12a0\u134b\u1295 \u12a6\u122e\u121e \u1240\u122d\u1267\u120d**\r\n\r\n\r\n## Sagaleewwan Dheeraa fi Gabaabaa\r\n\r\n* Egaa akkumma beekamu Afaan Oromoo keessatti dheerachuunii fi gabaabbachuun fi jabinnii fi laafinni sagalee hiika jechaa irratti garaagarummaa guddaa ni fida. Haaluma kanaan afaan oromoon qubee gi'iziitin haala gaariin akka hin barreeffamne danqaawwan ta'aa turan keessaa inni guddaan: qubee gi'iz keessati sagaleewwan 7 yommuu jiraatan, afaan oromoo keessatti immoo sagaleewwan 10tu jiru. Egaa nutis kana hubachuun, qubeewwan amma argaman irrati tuqaa tokko mataa isaaniirra kaa'un sagaleewwan hanqatan kun itti dabalamaniiruu. Kana irratti hundaa'uunis sagaleewwan kunniin bakka 3^^tti^^ qoodamu: sagalee dheeraa, sagalee gabaabaa fi al-sagalee jedhamu.\r\n\r\n#### Sagaleewwan Gabaabaa\r\n* Qubee jahaaffaan(\u1233\u12f5\u1235) fi arfaffaa(\u122b\u12d5\u1265) alatti warri jiran Sagaleewwan gabaaba jedhamun beekamu. Baay'inni isaanis shan(5)ni dha.\r\n\r\nFakkeenya sagaleewwan gabaabaa maati qubee **\u1218**\r\n\r\n|Qubee|Sagalee|\r\n|-----|-----|\r\n|\u1218|ma|\r\n|\u1219|mu|\r\n|\u121a|mi|\r\n|\u121c|me|\r\n|\u121e|mo|\r\n\r\n  \r\n#### Sagaleewwan dheeraa\r\n* Sagaleewwan kunnin immoo, qubeewwan sagalee gabaabaa duraan jiran irrati tuq-tokko mataa ofirratti maxxanfachuunii kan uumamaniifii qubee arfaffaa(\u122b\u12d5\u1265) dha. Baa'inni isaanis shan(5)ni dha.\r\n\r\nFakkeenya sagaleewwan dheeraa maatii **\u1218**\r\n\r\n|Qubee|Sagalee|\r\n|-----|-----|\r\n|\u1219\u135e   | muu|\r\n|\t\u121a\u135e   | mii|\r\n|\u121b   | maa|\t\r\n|\u121c\u135e   | mee|\r\n|\u121e\u135e   |moo|\r\n\r\n**Hubachiisa**: Qubeen arfaffaa ofumasaa sagalee dheeraa waan ta'eef, yoomiyyu taanaan tuq-tokko mataa ofii isaarratti hin maxxanfatu.\r\n\r\n#### Al-Sagalee\r\n* Qubeewwan kunnin immoo sagalee of danda'aa mataa isaanii kan hin qabnee ta'anii, warra qubeewwan  jahaaffaa(\u1233\u12f5\u1235) ta'anidha. Faayidaan isaanis: jechoota jabeessuu, cufa birsagaa irratti, jechota irra buutaa qaban keessattii fi akka maxxantootaatti tajaajiluudha.\r\n\r\n\r\n### Jechoota Gabaabaafi Dheeraa\r\n* Egaa akkuma beekamu jechoonni hundinuu barsaga mataa mataa isaani ta'e ni qabu. Birsagoonni kunis sagalee of danda'oo ni ta'u; Kanaafuu sagaloota kana gara qubee gi'iz duraan dubbanetti jijjiiruuf salphaa nuuf ta'a. \r\n* Fakkeenya 1: jechi **laga** jedhu birsagoota lama qaba: la fi ga. birsagoonni kunis sagaleewwan of danda'oo waaan ta'aaniif gara sagaloota **\u1208** fi **\u1308** tti jijjiiramu. Kanaafuu jechi **laga** jedhu **\u1208\u1308** ta'a jechuudha.\r\n* Fakkeenya 2: jechi **laagaa** jedhu birsagoota lama qaba: laa fi gaa. ammas birsagoonni kunis sagaleewwan of danda'oo waaan ta'aaniif gara sagaloota **\u120b** fi **\u130b** tti jijjiiramu. Kanaafuu jechi **laagaa** jedhu **\u120b\u130b** ta'a\r\n\r\nFakkeenya jechoota gabaabaa fi dheeraa muraasa\r\n\r\n|Gabaabaa|Dheeraa|\r\n|-----|-----|\r\n|Hori[\u1206\u122a]|Horii[\u1206\u122a\u135e]|\r\n|Mala[\u1218\u1208]|Malaa[\u1218\u120b]|\r\n|Gara[\u1308\u1228]|Garaa[\u1308\u122b], Gaara[\u130b\u1228]|\r\n|Lafa[\u1208\u1348]|Laafaa[\u120b\u134b]|\r\n|Ana[\u12a0\u1290]|Aanaa[\u12a3\u1293]|\r\n\r\n### Jechoota irra butaa\r\n\r\n* Jechoota irra butaa jijiiruf duraan dursinee jechicha gara birsagaatti addaan qoodna, achiis sagaleewwan of danda'oo fi alsagaleewwan jechichaa qubee gi'iiziin bakka buufna.\r\n* Fakkeenyaaf jecha **Farda** jedhu kana gara birsagaatti haa qoqqoodnu: **Far** fi **da** ta'a. Kunis **\u1348\u122d** fi **\u12f0** ta'a. Kanaafu jechi **Farda** jedhu **\u1348\u122d\u12f0** ta'a jechuudha.\r\n\r\n#### Jechoota irra butaa tokko tokko\r\n|||\r\n|-----|-----|\r\n|Farda|\u1348\u122d\u12f0|\r\n|Ilma|\u12a2\u120d\u1218|\r\n|Jilba|\u1302\u120d\u1260|\r\n|Harka|\u1200\u122d\u12a8|\r\n|Harma|\u1200\u122d\u1218|\r\n|Arba|\u12a0\u122d\u1260|\r\n\r\n \r\n### Sagalewwan Jabaa\r\n\r\n* Jecha keenya duraan dursinee gara birsagaatti qoqqooduun, achiin birsaga arganne sana qubeewwan sagaleewwan ofdanda'oo qabanii fi al-sagaleewwaniin bakka buusuudha.\r\n* Fakkeenyaaf jecha **Jimmaa** jedhu osoo fudhannee birsagoota lama qaba: **Jim(\u1302\u121d** fi **maa** dha. Kanaafuu jechi kun yemmuu jijjiiramu **\u1302\u121d\u121b** ta'a. \r\n* Haalli dubbisaa jechoota jabaa: qubee jahaaffaa(\u1233\u12f5\u1235) liqimsuunii fi qubee isa itti aanu jabeessinee dubbifna. Fakkeenyaaf jecha **Tokko** jedhu yemmuuu jijjiirru **\u1276\u12ad\u12ae** ta'a. Haalli dubbisa isaa kunis _Tokko_ jedhamee dubbifama malee, sagalee addaan kutuun:  _Tok_-_ko_ **jedhamee hin dubbifamu!**\r\n\r\n* Birsagaaan alatti, jecha tokko keessatti maatiwwan qubee tokkoo qubeen jahaffaa(\u1233\u12f5\u1235) fi kan biraa walduraa duubaan walitti aananii yoo dhufan, qubeen jahaaffaatti(\u1233\u12f5\u1235) itti aanee argamu sun jabeeffamee dubbifama. \r\n#### Jechoota jabaa fi laafaa tokko tokko\r\n\r\n|Laafaa|Jabaa|\r\n|-----|-----|\r\n|Jimaa[\u1302\u121b]|Jimmaa[\u1302\u121d\u1361\u121b]|\r\n|Waloo[\u12c8\u120e\u135e]|Walloo[\u12c8\u120d\u1361\u120e\u135e]|\r\n|Hare[\u1200\u122c]|Harre[\u1200\u122d\u1361\u122c]|\r\n|Badaa[\u1260\u12f3]|Baddaa[\u1260\u12f5\u1361\u12f3]|\r\n|Qale[\u1240\u120c]|Qalle[\u1240\u120d\u1361\u120c]|\r\n\r\n#### Maxxantoota Muraasa \r\n|||\r\n|-----|-----|\r\n|-n|-\u1295|\r\n|-tti|-\u1275\u1272|\r\n|-f|-\u134d|\r\n|ol-|\u12a6\u120d-|\r\n|-oota|\u12a6\u135e\u1270|\r\n\r\n```\r\npython \r\nfrom qufi import QubeFidel \r\n\r\nqube = QubeFidel()\r\n\r\nprint(qube.convert(\"Caalaan kaleessa mana barumsaa deeme.\"))\r\n\r\nprint(qube.convert(\"Baacaan sa'aa bite.\"))\r\n\r\nprint(qube.convert(\"Gaariin ijoollee fe'e.\"))\r\n```\r\n\u12cd\u1324\u1275\r\n```\r\n\u132b\u120b\u1295 \u12a8\u120c\u135e\u1235\u1230 \u1218\u1290 \u1260\u1229\u121d\u1233 \u12f4\u135e\u121c\u1362\r\n\r\n\u1263\u132b\u1295 \u1230\u12a3 \u1262\u1274\u1362\r\n\r\n\u130b\u122a\u135e\u1295 \u12a2\u1306\u135e\u120d\u120c\u135e \u134c\u12a4\u1362\r\n```\r\n\r\n### Jechoota hin jiiramne\r\n\r\nJechoota akka hin jijjiiramne gochuuf, jechicha `` keessa galchuun akka hin jijjiiramne gochuun ni danda'ama.\r\n\r\n```\r\npython\r\nfrom qufi import QubeFidel\r\n\r\nqube = QubeFidel()\r\n\r\nprint(qube.convert(\"`Caalaan` deeme.\"))\r\n\r\nprimt(qube.convert(\"`Jechi kun hin jijiiramu!`\"))\r\n\r\n```\r\n\u12c8\u1324\u1275\r\n```\r\nCaalaan \u12f4\u135e\u121c\u1362\r\n\r\nJechi kun hin jijiiramu!\r\n```\r\n\r\n### Qubeewwan dachaa \r\n|||\r\n|-----|-----|\r\n|Cha|\u1298|\r\n|Dha|\t\u12f8|\r\n|Nya|\u1298|\r\n|Pha|\u1330|\r\n|Sha|\u1238|\r\n|Tsa|\u1340|\r\n|Zya|\u12d8|\r\n\r\n**\u12a8\u1273\u127d \u1260\u121d\u1235\u1209 \u120b\u12ed \u12eb\u1209\u1275 \u134a\u12f0\u120b\u1275\u1363 \u1275\u12ad\u12ad\u1208\u129b\u12cd \u12e8\u12a0\u134b\u1295 \u12a6\u122e\u121e \u12e8 Dha \u134a\u12f0\u120b\u1275 \u1293\u1278\u12cd\u1362**\r\n\r\n\r\n![Image Of Dha](https://i.ibb.co/pLtpcKm/20230923-005227.jpg)\r\n\r\n**Qubeewwan suuraa armaan oliitti argaman, maatii qubee \"Dha\" isa sirrii dha.**\r\n\r\n\r\n### Sirna Tuqaalee\r\n\r\n|||\r\n|-----|-----|\r\n|**.**|**\u1362**|\r\n|**:**|**\u1365**|\r\n|**,**|**\u1363**|\r\n|**;**|**\u1364**|\r\n|**...**|**...**|\r\n|**?**|**?**|\r\n|**!**|**!**|\r\n\r\n#\r\n|\u1241\u1264|\u134a\u12f0\u120d|\u1275\u122d\u1309\u121d|\r\n|-----|-----|-----|\r\n|Qore|\u1246\u122c|\u1348\u1270\u1290|\r\n|Qoree|\u1246\u122c\u135e|\u12a5\u123e\u1205|\r\n|Qorre|\u1246\u122d\u122c|\u1240\u12d8\u1240\u12d8|\r\n|Qorree|\u1246\u122d\u122c\u135e|\u1348\u1275\u1290\u1295|\r\n|Qooree|\u1246\u135e\u122c\u135e|\u12f0\u122d\u1246|\r\n|Qoorree|\u1246\u135e\u122d\u122c\u135e|\u12f0\u1228\u1245\u1295|\r\n\r\n```\r\nNamootni hundinuu birmaduu ta'anii mirgaa fi ulfinaanis wal-qixxee ta'anii dhalatan. Sammuu fi qalbii ittiin yaadan waan uumamaan kennameef, hafuura obbolommaatiin wal-wajjin jiraachuu qabu.\r\n```\r\n```\r\n\u1290\u121e\u135e\u1275\u1292 \u1201\u1295\u12f2\u1291\u135e \u1262\u122d\u1218\u12f1\u135e \u1270\u12a0\u1292\u135e \u121a\u122d\u130b \u134a \u12a1\u120d\u134a\u1293\u1292\u1235 \u12c8\u120d-\u1242\u1325\u1324\u135e \u1270\u12a0\u1292\u135e \u12f8\u1208\u1270\u1295\u1362 \u1230\u121d\u1219\u135e \u134a \u1240\u120d\u1262\u135e \u12a2\u1275\u1272\u135e\u1295 \u12eb\u12f0\u1295 \u12cb\u1295 \u12a1\u135e\u1218\u121b\u1295 \u12ac\u1295\u1290\u121c\u135e\u134d\u1363 \u1200\u1349\u135e\u1228 \u12a6\u1265\u1266\u120e\u121d\u121b\u1272\u135e\u1295 \u12c8\u120d-\u12c8\u1305\u1302\u1295 \u1302\u122b\u1279\u135e \u1240\u1261\u1362\r\n```\r\n# \u12e8\u134a\u12f0\u120d \u1308\u1260\u1273  \r\n\r\n| A    | \tU   | \tUU   | \tI   | \tII   | \tAA   | \tE   | \tEE   | \t\u00d8  | \tO   | \tOO   | \r\n|------|------|-------|------|-------|-------|------|-------|-----|------|-------|\r\n| \u1200    | \t\u1201   | \t\u1201\u135e   | \t\u1202   | \t\u1202\u135e   | \t\u1203    | \t\u1204   | \u1204\u135e   | \t\u1205  | \t\u1206   | \t\u1206\u135e   |\r\n| ha   | hu   | huu   | hi   | hii   | haa   | he   | hee   | h   | ho   | hoo   |\r\n| \t\u1208   | \t\u1209   | \t\u1209\u135e   | \t\u120a   | \t\u120a\u135e   | \t\u120b    | \t\u120c   | \t\u120c\u135e   | \t\u120d  | \t\u120e   | \t\u120e\u135e   |\r\n| la   | lu   | luu   | li   | lii   | laa   | le   | lee   | l   | lo   | loo   |\r\n| \t\u1218   | \t\u1219   | \t\u1219\u135e   | \t\u121a   | \t\u121a   | \t\u121b    | \t\u121c   | \t\u121c\u135e   | \t\u121d  | \t\u121e   | \t\u121e\u135e   |\r\n| ma   | mu   | muu   | mi   | mii   | maa   | me   | mee   | m   | mo   | moo   |\r\n| \t\u1228   | \t\u1229   | \t\u1229\u135e   | \t\u122a   | \t\u122a\u135e   | \t\u122b    | \t\u122c   | \t\u122c\u135e   | \t\u122d  | \t\u122e   | \t\u122e\u135e   |\r\n| ra   | ru   | ruu   | ri   | rii   | raa   | re   | ree   | r   | ro   | roo   |\r\n| \t\u1230   | \t\u1231   | \t\u1231\u135e   | \t\u1232   | \t\u1232\u135e   | \t\u1233    | \t\u1234   | \t\u1234\u135e   | \t\u1235  | \t\u1236   | \t\u1236\u135e   |\r\n| sa   | su   | suu   | si   | sii   | saa   | se   | see   | s   | so   | soo   |\r\n| \t\u1238   | \t\u1239   | \t\u1239\u135e   | \t\u123a   | \t\u123a\u135e   | \t\u123b    | \t\u123c   | \t\u123c\u135e   | \t\u123d  | \t\u123e   | \t\u123e\u135e   |\r\n| sha  | shu  | shuu  | shi  | shii  | shaa  | she  | shee  | sh  | sho  | shoo  |\r\n| \t\u1240   | \t\u1241   | \t\u1241\u135e   | \t\u1242   | \t\u1242\u135e   | \t\u1243    | \t\u1244   | \t\u1244\u135e   | \t\u1245  | \t\u1246   | \t\u1246\u135e   |\r\n| qa   | qu   | quu   | qi   | qii   | qaa   | qe   | qee   | q   | qo   | qoo   |\r\n| \t\u1260   | \t\u1261   | \t\u1261\u135e   | \t\u1262   | \t\u1262\u135e   | \t\u1263    | \t\u1264   | \t\u1264\u135e   | \t\u1265  | \t\u1266   | \t\u1266\u135e   |\r\n| ba   | bu   | buu   | bi   | bii   | baa   | be   | vee   | b   | bo   | boo   |\r\n| \t\u1268   | \u1269    | \t\u1269\u135e   | \t\u126a   | \t\u126a\u135e   | \t\u126b    | \t\u126c   | \t\u126c\u135e   | \t\u126d  | \t\u126e   | \t\u126e\u135e   |\r\n| va   | vu   | vuu   | vi   | vii   | vaa   | ve   | vee   | v   | vo   | voo   |\r\n| \t\u1270   | \t\u1271   | \t\u1271\u135e   | \t\u1272   | \t\u1272\u135e   | \t\u1273    | \t\u1274   | \t\u1274\u135e   | \t\u1275  | \t\u1276   | \t\u1276\u135e   |\r\n| ta   | tu   | tuu   | ti   | tii   | taa   | te   | tee   | t   | to   | too   |\r\n| \t\u1278   | \t\u1279   | \t\u1279\u135e   | \t\u127a   | \t\u127a\u135e   | \t\u127b    | \t\u127c   | \t\u127c\u135e   | \t\u127d  | \t\u127e   | \t\u127e\u135e   |\r\n| cha  | chu  | chuu  | chi  | chii  | chaa  | che  | chee  | ch  | cho  | choo  |\r\n| \t\u1290   | \t\u1291   | \t\u1291\u135e   | \t\u1292   | \t\u1292\u135e   | \t\u1293    | \t\u1294   | \t\u1294\u135e   | \t\u1295  | \t\u1296   | \t\u1296\u135e   |\r\n| na   | nu   | nuu   | ni   | nii   | naa   | ne   | nee   | n   | no   | noo   |\r\n| \t\u1298   | \t\u1299   | \t\u1299\u135e   | \t\u129a   | \t\u129a\u135e   | \t\u129b    | \t\u129c   | \t\u129c\u135e   | \t\u129d  | \t\u129e   | \t\u129e\u135e   |\r\n| nya  | nyu  | nyuu  | nyi  | nyii  | nyaa  | nye  | nyee  | ny  | nyo  | nyoo  |\r\n| \t\u12a0   | \t\u12a1   | \u12a1\u135e\u135e    | \t\u12a2   | \t\u12a2\u135e   | \t\u12a3    | \t\u12a4   | \t\u12a4\u135e   | \t\u12a5  | \t\u12a6   | \t\u12a6\u135e   |\r\n| (')a | (')u | (')uu | (')i | (')ii | (')aa | (')e | (')ee | - | (')o | (')oo |\r\n| \t\u12a8   | \t\u12a9   | \t\u12a9\u135e   | \t\u12aa   | \t\u12aa\u135e   | \t\u12ab    | \t\u12ac   | \t\u12ac\u135e   | \t\u12ad  | \t\u12ae   | \t\u12ae\u135e   |\r\n| ka   | ku   | kuu   | ki   | kii   | kaa   | ke   | kee   | k   | ko   | koo   |\r\n| \t\u12c8   | \t\u12c9   | \t\u12c9\u135e   | \t\u12ca   | \t\u12ca\u135e   | \t\u12cb    | \t\u12cc   | \t\u12cc\u135e   | \t\u12cd  | \t\u12ce   | \t\u12ce\u135e   |\r\n| wa   | wu   | wuu   | wi   | wii   | waa   | we   | wee   | w   | wo   | woo   |\r\n| \t\u12d8   | \t\u12d9   | \t\u12d9\u135e   | \t\u12da   | \t\u12da\u135e  | \t\u12db    | \t\u12dc   | \t\u12dc\u135e   | \t\u12dd  | \t\u12de   | \t\u12de\u135e   |\r\n| za   | zu   | zuu   | zi   | zii   | zaa   | ze   | zee   | z   | zo   | zoo   |\r\n| \t\u12e0   | \t\u12e1   | \t\u12e1\u135e   | \t\u12e2   | \t\u12e2\u135e   | \t\u12e3    | \t\u12e4   | \t\u12e4\u135e   | \t\u12e5  | \t\u12e6   | \t\u12e6\u135e   |\r\n| zya  | zyu  | zyuu  | zyi  | zyii  | zyaa  | zye  | zyee  | zy  | zyo  | zyoo  |\r\n| \t\u12e8   | \t\u12e9   | \t\u12e9\u135e   | \t\u12ea   | \t\u12ea\u135e   | \t\u12eb    | \t\u12ec   | \t\u12ec\u135e   | \t\u12ed  | \t\u12ee   | \t\u12ee\u135e   |\r\n| ya   | yu   | yuu   | yi   | yii   | yaa   | ye   | yee   | y   | yo   | yoo   |\r\n| \t\u12f0   | \t\u12f1   | \t\u12f1\u135e | \t\u12f2   | \t\u12f2\u135e   | \t\u12f3    | \t\u12f4   | \t\u12f4\u135e   | \t\u12f5  | \t\u12f6   | \t\u12f6\u135e   |\r\n| da   | du   | duu   | di   | dii   | daa   | de   | dee   | d   | do   | doo |\r\n|\u00a0 \u12f8\u00a0 | \uab09\u00a0 | \uab09\u135e |\u00a0\uab0a\u00a0\u00a0 | \uab0a\u135e\u00a0 | \uab0b\u00a0\u00a0 |\u00a0\u00a0\uab0c\u00a0 |\u00a0 \uab0c\u135e | \uab0d\u00a0\u00a0| \uab0e\u00a0 |  \uab0e\u135e\u00a0 |\r\n| dha\u00a0 | dhu\u00a0 | dhuu\u00a0 | dhi\u00a0 | dhii\u00a0 | dhaa\u00a0 | dhe\u00a0 | dhee\u00a0 | dh\u00a0 | dho\u00a0 | dhoo\u00a0 |\r\n| \t\u1300   | \t\u1301   | \t\u1301\u135e   | \t\u1302   | \u1302\u135e    | \t\u1303    | \t\u1304   | \t\u1304\u135e   | \t\u1305  | \t\u1306   | \t\u1306\u135e   |\r\n| ja   | ju   | juu   | ji   | jii   | jaa   | je   | jee   | j   | jo   | joo   |\r\n| \t\u1308   | \t\u1309   | \t\u1309\u135e   | \t\u130a   | \t\u130a\u135e   | \t\u130b    | \t\u130c   | \t\u130c\u135e   | \t\u130d  | \t\u130e   | \t\u130e\u135e   |\r\n| ga   | gu   | guu   | gi   | gii   | gaa   | ge   | gee   | g   | go   | goo   |\r\n| \t\u1320   | \t\u1321   | \t\u1321\u135e   | \t\u1322   | \t \u1322\u135e  | \t\u1323    | \t\u1324   | \t\u1324\u135e   | \t\u1325  | \t\u1326   | \t\u1326\u135e   |\r\n| xa   | xu   | xuu   | xi   | xii   | xaa   | xe   | xee   | x   | xo   | xoo   |\r\n| \t\u1328   | \t\u1329   | \t\u1329\u135e   | \t\u132a   | \t\u132a\u135e   | \t\u132b    | \t\u132c   | \t\u132c\u135e   | \t\u132d  | \t\u132e   | \t\u132e\u135e   |\r\n| ca   | cu   | cuu   | ci   | cii   | caa   | ce   | cee   | c   | co   | coo   |\r\n| \t\u1330   | \t\u1331   | \t\u1331\u135e   | \t\u1332   | \t\u1332\u135e   | \t\u1333    | \t\u1334   | \t\u1334\u135e   | \t\u1335  | \t\u1336   | \t\u1336\u135e   |\t\r\n| pha  | phu  | phuu  | phi  | phii  | phaa  | phe  | phee  | ph  | pho  | phoo  |\r\n| \t\u1340   | \t\u1341   | \t\u1341\u135e   | \t\u1342   | \t\u1342\u135e   | \t\u1343    | \t\u1344   | \t\u1344\u135e   | \t\u1345  | \t\u1346   | \t\u1346\u135e   |\r\n| tsa  | tsu  | tsuu  | tsi  | tsii  | tsaa  | tse  | tsee  | ts  | tso  | tsoo  |\r\n| \t\u1348   | \t\u1349   | \t\u1349\u135e   | \t\u134a   | \t\u134a\u135e | \t\u134b    | \t\u134c   | \t\u134c\u135e   | \t\u134d  | \t\u134e   | \t\u134e\u135e   |\r\n| fa   | fu   | fuu   | fi   | fii   | faa   | fe   | fee   | f   | fo   | foo   |\r\n| \t\u1350   | \t\u1351   | \t\u1351\u135e   | \t\u1352   | \t\u1352\u135e   | \t\u1353    | \t\u1354   | \t\u1354\u135e   | \t\u1355  | \t\u1356   | \t\u1356\u135e   |\r\n| pa   | pu   | puu   | pi   | pii   | paa   | pe   | pee   | p   | po   | poo   |\r\n",
    "bugtrack_url": null,
    "license": "GPLv3",
    "summary": "A python package that converts Oromo language script's witten in latin letters to geez letters",
    "version": "1.0.2",
    "project_urls": {
        "Homepage": "https://github.com/natanimn/Qufi"
    },
    "split_keywords": [
        "fidel",
        "python",
        "alphabet",
        "amharic",
        "oromo",
        "letters",
        "letters convertors",
        "geez letters",
        "geez",
        "qube"
    ],
    "urls": [
        {
            "comment_text": "",
            "digests": {
                "blake2b_256": "3915f15777ba9a7ec1f74ddb1ee63917672722399e44f6a64a5fe12f1b0fe9d9",
                "md5": "de68469d931b87c09268690c2a75a7a1",
                "sha256": "38cc4cd1ac82212939c6ee48c54e9ee2657cf21bf7cd9edf2a6a013ab51b733e"
            },
            "downloads": -1,
            "filename": "qufi_script-1.0.2-py3-none-any.whl",
            "has_sig": false,
            "md5_digest": "de68469d931b87c09268690c2a75a7a1",
            "packagetype": "bdist_wheel",
            "python_version": "py3",
            "requires_python": null,
            "size": 20160,
            "upload_time": "2023-10-28T03:35:50",
            "upload_time_iso_8601": "2023-10-28T03:35:50.383000Z",
            "url": "https://files.pythonhosted.org/packages/39/15/f15777ba9a7ec1f74ddb1ee63917672722399e44f6a64a5fe12f1b0fe9d9/qufi_script-1.0.2-py3-none-any.whl",
            "yanked": false,
            "yanked_reason": null
        },
        {
            "comment_text": "",
            "digests": {
                "blake2b_256": "36a56c9f366c81b1e72571ce561dda3551dbf2e52ced8700432ab3968a3756fb",
                "md5": "9d934eee260cf46b8a57699f61fb8afa",
                "sha256": "7eba3ed2e582541a0d1c8bc41c4a89df2a5fd8708937738ca2d551e4ff451e61"
            },
            "downloads": -1,
            "filename": "qufi-script-1.0.2.tar.gz",
            "has_sig": false,
            "md5_digest": "9d934eee260cf46b8a57699f61fb8afa",
            "packagetype": "sdist",
            "python_version": "source",
            "requires_python": null,
            "size": 27024,
            "upload_time": "2023-10-28T03:35:53",
            "upload_time_iso_8601": "2023-10-28T03:35:53.363168Z",
            "url": "https://files.pythonhosted.org/packages/36/a5/6c9f366c81b1e72571ce561dda3551dbf2e52ced8700432ab3968a3756fb/qufi-script-1.0.2.tar.gz",
            "yanked": false,
            "yanked_reason": null
        }
    ],
    "upload_time": "2023-10-28 03:35:53",
    "github": true,
    "gitlab": false,
    "bitbucket": false,
    "codeberg": false,
    "github_user": "natanimn",
    "github_project": "Qufi",
    "travis_ci": false,
    "coveralls": false,
    "github_actions": false,
    "lcname": "qufi-script"
}
        
Elapsed time: 0.12929s